Ashama harka fuune jaalatamtoota fi kabajamtoota ilmaan oromoo. Moosajii kana kessaatti jechoota hayyootni oromoo dubbatan isiniif dhiheessinaa. Moosajiin kun Jechoota hayyoota oromoo gosoota heddu kan qabu yommuu ta'u, akkasumas hayyoota garagaratiin kan dhiyaateedha.